Acts 11:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan tana godhanee, achiin duuba beesee karaa Barnaabaasiitii fi Saa'oliitiin gara jaarsota wolde'a Kiristaanaa ergane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasi tolchani, harka Barnabatiifi ka Saulotiini hori jaaroleti ergani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasi tolchanii, harka Baarnaabaasiitii fi ka Saa'oliitiin horii jaarroleetti ergan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee akkasuma godhan. Barnaabaasii fi Saa'olitti kennanii gara manguddoota woldaa Kiristaanaatitti ergan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee akkasuma godhan. Barnaabasii fi Saa'olitti kennanii gara manguddoota woldaa Kiristaanaatitti ergan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Buusii'llee raawwatanii harka Barnaabaasii fi Sa'oliitiin, durssitoota woldayaatiif ni ergan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan tana godhanee, achiin duuba beesee karaa Baarnaabaasiitii fi Saa'oliitiin gara jaarsota wolde'a Kiristaanaa ergane.