Acts 11:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba qoonqoo, ‘Pheexroos, ka'i; bineenosa kana qaladhuutii nyaadhu!’ jettu dhage'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini qonqo, Petro, kai, qalad'u nyaad'u naani jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan qoonqoo, ‘Phexros, ka'ii, qaladhuu nyaadhu!’ naan jettu dhagaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa, ‹Pheexroos! ka'ii goorra'ii nyaadhu!› jedhu dhagaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Pheexroos, ka'ii gorra'ii nyaadhu!› laagaa jedhu dhagaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹yaa Phexiros! Ka'iitii qala'aa nyaadhu!› qooniqqa naan jedhu'llee naan jedhu'llee» ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba qoonqoo, ‹Pheexroos, ka'i; bineensota kana qaladhuutii nyaadhu!› jettu dhage'e.