Acts 11:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammalle qoonqoon ol-guubbaa irraa, ‘Waan Waaqi qulqulleesse, ati akka batti'ii hin laakoyin’ anaan jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo qonqooni gubbaa deebite waan jette, Waan Waaqi qulqulleeseeni, Qulqulloniti injed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qoonqoon Waaqaa gubbaa ammoo deebitee, ‘Waan Waaqii qulqulleesseen, Qulqullooniti hinjedhin!’ jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee hennaa lammeesso'oo laagaa, ‹Ka Rabbi qulqulleesse ati hin batteessin› jedhu sami'ii naa dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammallee ka Rabbii qulqulleesse ati hin batteessin laagaan jedhu sami'ii naa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu yeroo lammaffaa'llee, Waaqinni qulqulluu ka taasise ati batti'i jechuun sirraa hin malu! deebii jedhu, sami'ii ni dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle qoonqoon ol-gubbaa irraa, ‹Waan Waaqi qulqulleesse, ati akka batti'ii hin laakkowin› anaan jette.