Acts 12:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos yennaa bayyanate, “Goottaan ergamaa ifii ergee harka Heroodisiitii fi waan worri Yihudootaa ana irratti yaadane mara jalaa akka ana baase, amma dhugumaan beekeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan kana mid'aafannaani waan ufiini jed'e, D'uguma, amma imbeekha aka Aabbooni malaika ufi erge, aka harka Herodetiifi waan gochiti Yahudi na tolchu feete jalaa na baasu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phexros waan kana midhaafannaan, “Akka Aabboon ergamaa ufii ergee, harka Herodisitii fi waan gochitii Yihudii na tolchuu feete jalaa na baase, dhugumaa, amma la beeke!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaan Maleekkaa ergee harka Heroodisiitii fi banii Yihuudotaa worra isa eega'aa turan maraa jalaa akka na baase amma dhugamaan beekeera» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Gooftaan Maleekkaa ergee harka Heroodisiitii fi banii Yihuudotaa worra isa eega'aa turan maraa jalaa akka na baase amma dhugamaan beekeera» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee gara qalbbii isaa titti deebi'ee, «Gooftaan maleyikkaa isaa ergee harka Heerodisiitii fi ummanni Yihudotaa ni eegan waan turan mara irraa ka ana fayyise ta'uu isaa, amma dhugamaanuu beekee jira» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos yennaa bayyanate, «Goottaan ergamaa ifii ergee harka Heroodisiitii fi waan worri Yihudootaa na irratti yaadane mara jalaa akka ana baase, amma dhugumaan beekeera» jedhe.