Acts 12:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo balbala dhodhowiisa hin lakkinne; isaan balbala bananee yennaa isa dhaggane baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni balbala d'ad'auma d'ad'ae. Balbala bannaani isa argani guddo mamani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo balbala dhadha'uma dhadha'ee, balbala bannaan isa arganii guddoo maman.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo ittuma deddeebi'ee balbala dhadhaye. Isaan ammo hennaa balbala bananii laalan isa ta'uu haga argan hin maalalfatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo ittuma deddeebi'ee balbala dhadhaye. Isaan ammoo balbala bananii hennaa laalan isa ta'uu haga argan maalalfatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu balbala dhadhayuu itti fufe, isaan'llee balbala bananii yeroo isa arganitti, ni maalalan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo balbala dhodhowiisa hin lakkinne; isaan balbala bananee yennaa isa dhaggane baaseffatane.