Acts 12:18 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa latti bariite, loltooti, “Pheexroos maan te'e?” jedhanee, waan godhanu wollaalanee baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani askartiini guddo bakhatte, waan Petroni tahe wolgaafatte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Laftii bariinaan warrii waraanaa guddoo bakakee, waan Phexros ta'e walgaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa bari'e, «Pheexroosiin maaltu itti gale?» jedhanii loltoonni guddisanii wocan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa bari'e, «Pheexroosiin maaltu itti gale?» jedhanii loltoonni guddisanii wocan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo bari'etti'llee lolttoonni, «Phexirosiin maalttu irra gayee jira laata?» jechu'uun, haalaan ni jeeqaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa latti bariite, loltooti, «Pheexroos maan te'e?» jedhanee, waan godhanu wollaalanee baaseffatane.