Acts 12:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barnaabaasii fi Saa'ol ergaa dhaqaneef muummessanee, Yerusaalem irraa deebi'ane; Yohaannisii Maarqoos jedhamulle ifi faana fuudhanee dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barnabafi Sauloni huji ufi hobaafannaani Yerusalemu keesaa galani, Yohana ka Mariko jed'ani woliini yaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Baarnaabaasii fi Saa'ol hujii isaanii hobaafannaan Yoh. aannis ka Mar. qos jedhan fudhatanii Yerusaalem keessaa, galan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barnaabaasii fi Saa'olillee tajaajila isaanii raawwatanii Yerusaalemii deebi'an. Yohaannisii Maarqoos jedhamullee qabatanii dhufaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Barnaabaasii fi Saa'oolillee tajaajila isaanii raawwatanii Yerusaalemii deebi'an. Yohaannisii Maarqos jedhamullee qabatanii dhufaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Baarnaabaasii fi Saa'ol tajaajila isaanii xumuranii, Yerusaalemii gara Anixokiya'aa ni deebi'an, Marqoos ka jedhamu Yohaannisiin'llee, isaan woliin fudhataniinii ni dhufan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baarnaabaasii fi Saa'ol ergaa dhaqaneef muummessanee, Yerusaalem irraa deebi'ane; Yohaannisii Maarqoos jedhamulle ifi faana fuudhanee dhufane.