Acts 12:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun Yihudootaa akka gammachiitte yennaa dhagge, itti dabalee Pheexroos qassiise; tunille yennaa Jila Daabboo Uukoo hin qannee teete.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle aka wonti kunini Yahudi gammachiiftu arginaani Petrole qabe. (Gaafasi guyya jila qit'a bukho inqamneti.)
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee akka wantii kunin warra Yihudii gammachiiftu arginaan Phexrosiillee qabe. (Gaafasii guyyaa jila qixxaa bukoo hinqamneeti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti kun akka Yihuudota gammachiise argee Pheexroosiinillee qabe; hennaan sun ji'a Ayyaana Xorosho'ooti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka Yihuudota gammachiise argee, Pheexroosiinillee qabe; hennaan sun ji'a Ayyaana xorosho'ooti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Wonitti kun Yihudotaa akka gammachiiseen yeroo argetti Phexirosiin'llee dabalee ni qabssiiseen, kun'llee ka ta'e guyyoota worri Yihudotaa ayyaana qixxa'aa itti kabajattutti itti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun Yihudoota akka gammachiitte yennaa dhagge, itti dabalee Pheexroos qassiise; tunille yennaa Jila Daabboo Uukoo hin qannee teete.