Acts 12:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Adoo Pheexroos mana hidha'aa keessatti eegamuu, wolde'i kiristaanaa ammoo jabaatee gara Waaqaa isaaf daadimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Petro hid'aansati lakisani, ammo gumiini guddo Waaqa isaa kad'atte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Phexros mana hidhaatti lakkisan, gumiin Kiristaanaa ammoo guddoo Waaqaa isaa kadhatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroosillee mana hidha'aatitti eeggama'aa ture; haa ta'uu ammo woldaa kiristaanaatitti waan isaatiif jabeessanii Rabbiin kadhata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroosillee mana hidha'aatitti eeggama'aa ture; haata'uu ammoo woldaa kiristaanaatitti waan isaatiif jabeessanii Rabbiin kadhata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Phexiros mana hidha'aa titti qabamee ni eeggama ture, garuu woldeenni amantii waayee isaatiif gara Waaqaa, ciminnaan ni kadhatti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Adoo Pheexroos mana hidha'aa keessatti eegamuu, wolde'i kiristaanaa ammoo jabaatee gara Waaqaa isaaf daadimate.