Acts 12:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos mana hidha'aa keessaa bayee, erganticha gula deeme; ammoo waan ergamaan Gootta'aa godhe hin beenne; inni waan duudii oojjuu seye.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni mana keesaa bahe isi gula deeme, aka wonti malaikaani tolchite sunini waan d'uga imid'aafanne, ammo waan oobjate sehe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros mana hidhaa keessaa ba'ee isa gula deeme. Ammoo akka wantii ergamaan tolche sunin waan dhugaa hinmidhaafannee, waan oobjate sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Uffata uffadhuu na faana koottu» jedheen. Innillee bayee isa faana deeme; waan manaaba argu itti fakkaata'aa ture malee wonti Maleekkaan godha'aaru dhugaa ta'uu hin beenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Uffata uffadhuu na faana koottu» jedheen. Innillee bayee isa faana deeme; waan manaaba argu itti fakkaata'aa ture malee, wonti Maleekkaan godha'aaru dhugaa ta'uu isaa hin beenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee bayeeti ni horddofeen, muldhata waan argu itti fakkaate malee wonitti maleyikkichi raawwate marrinuu, dhugaa itti hin fakkaanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos mana hidha'aa keessaa bayee, erganticha gula deeme; ammoo waan ergamaan Gootta'aa godhe hin beenne; inni waan duudii oojjuu seye.