Acts 13:10 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Ati ilma Seexanaa ti! Ati diina dhugaa maraa ti! Ati sobaa fi hammeenna duudi'iin guutanteerta; ati yennaa mara dhugaa Gootta'aa gara sobaa jijjiiriisa hin lakkittuu?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Atini ka kiyyibafi ch'ubbuuni guutamte, ilma Sheet'ana, nyaapa d'uga ch'ufaa, karaa Aabbo ka d'uga balleesu illakiftu?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Atin ka kiyyibaa fi cubbuun guutamte, ilma Sheexanaa, nyaapha dhugaa cufaa, karaa Aabboo ka dhugaa sobaatti jijiiruu hinlakiftuu?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati ka dhartinii fi hammeenni marti si keessa guute; ilma daabiloosii! Diina dhuga'aa! Karaa Goofta'aa micciiruu hin dhiiftuu?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Ati ka dhartinii fi hammeenni marti si keessa guute; ilma daabiloosii! Diina dhuga'aa! Karaa Goofta'aa micciiruu hin dhiiftuu?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Ati ilma sheexanaa, diina dhugaa maraa! Sossobu'uu fi hammeenni marri ka sitti guute, karaa qajeelaa Goofta'aa dabssuu hin dhiifttuu moo!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ati ilma Seexanaa ti! Ati diina dhugaa maraa ti! Ati sobaa fi hammeenna duudi'iin guutanteerta; ati yennaa mara dhugaa Gootta'aa gara sobaa jijjiiriisa hin lakkittuu?