Acts 13:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Bulchaan waan te'e san yennaa dhagge, barsiisiisa Gootta'aa guddoo waan baaseffateef dhugeeffate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni kaani waan kana arginaani d'ugefate, waan barsiisa Aabbo guddo mame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hayyuun kaan waan kana arginaan dhugeeffatee, waan barsiisa Aabboo guddoo mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san bulchaan biyyaa waan ta'e haga arge barumsa Goofta'aatiin guddisee maalalfatee amane.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san bulchaan biyyaa waan ta'e haga arge barumsa Goofta'aatiin guddisee maalalfatee amane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bulichaan biyyaa'llee waan ta'e yeroo argetti ni amane, barsiisa waayee Goofta'aatiin dhagayeen'llee ni maalalffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bulchaan waan te'e san yennaa dhagge, barsiisiisa Gootta'aa guddoo waan baaseffateef dhugeeffate.