Acts 13:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoos Phawuloos ka'ee harkaan isaan haatatee, “Kolbaa Israa'eliitii fi worri Yihudoota hin te'in ka Waaqa waaqonsitanu, waan ani jedhu dhage'a'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Pauloni olkae, harka olfud'ate waan biyyaani jed'e. D'iiro, worra Israelitiifi gosa d'ibile ta Waaqa d'ugefattu, na ch'aqasa!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phaawulos olka'ee, harka olfudhatee biyyaan, “Dhiiroo, warra Israa'elitii fi gosa dhibiillee ta Waaqaa sodaattu, na caqasaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phaawuloosillee ka'ee malkataan argisiisee akkana jedhe, «Namoonni Israa'eliitii fi worri Rabbiin sodaattan maruu dhagayaa'a!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloosillee ka'ee malkataan agarsiisee akkana jedhe. «Namoonni Israa'eliitii fi worri Rabbiin sodaattan maruu dhagayaa'a!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Phaawulos ka'eeti harkaan ummata ni gara ufii waamee, akkana'llee jechu'uun ni dubbate, «Namoonni Israa'eeliitii fi Waaqa ka sodaattan isin ummanni Waaqa dhugaa titti hin amanne dhagayaa!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoos Phawuloos ka'ee harkaan isaan haatatee: «Kolbaa Israa'eliitii fi worri Yihudoota hin te'in ka Waaqa waaqonsitanu, waan ani jedhu dhage'a'a!