Acts 13:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
haga woggaa afurtamaa lafa goomole'ee keessatti isaan ossate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
haga ganna afurtama lafa aloo keesati amala worraa hama obse woliini tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga ganna afurtamaa lafa gammooojjii keessatti amala warraa hamaa obsee waliin taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gammoojjii keessatti woggaa afurtamaaf isaan nyaachise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gammojjii keessatti woggaa afurtamaaf isaan nyaachise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga woggaa afurtamaatiif'llee, lafa gammoojji'ii titti isaaniif ni obisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
haga woggaa afurtamaa lafa goomole'ee keessatti isaan ossate.