Acts 13:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni lafa Kana'aanii keessaa gosa biyya adda addaa torba balleessee, lafa isaanii kolbaa ifiitiif kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gosa torba lafa Kanaani keesaa balleese, gumi ufi abbooti lafaa tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii gosa torba lafa Kana'aan keessaa balleessee, gumii ufi abbootii lafaa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya Kana'aaniitii fi worra Yihuudii hin taane torba balleessee lafa isaanii isaan dhaalchise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Biyya kana'aaniitii fi worra Yihuudii hin taane torba balleessee lafa isaanii isaan dhaalchise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achiin duubatti'llee biyya Kana'aanii titti mootota torbaa balleessee, arddii isaanii isaan ni dhaalchise,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni lafa Kana'aanii keessaa gosa biyya adda addaa torba balleessee, lafa isaanii kolbaa ifiitiif kenne.