Acts 13:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Wonni kun duudiin gara woggaa dhibba afurii fi shantamaa keessatti teete. Kanaan duuba Waaqi haga bara Saamu'elii raagichaatitti abbootii mura'aa isaaniif kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ganna d'ibba afuritifi shantama teennaani, inni jaallaboota worraa kenne, haga bara raaga Samueli.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba ganna dhibba afuritii fi shantamaa teennaan, haga bara raaga Saamu'elii jaallaboota warraa kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa haga raatticha Saamu'eelii woggaa dhibba afurii fi shantamaa abbootii murti'ii isaanii kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaan maayessa haga raatticha Saamu'eelii woggaa dhibba afuriif shantamaa abootii murti'ii isaanii kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti'llee haga woggoota dhibba afurii fi shantamaa, haga bara nabiyyicha Saamu'eelii titti, abbootii murti'ii isaanii ni kenne.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wonni kun duudiin gara woggaa dhibba afurii fi shantamaa keessatti teete. «Kanaan duuba Waaqi haga bara Saamu'elii raagichaatitti abbootii mura'aa isaaniif kenne.