Acts 13:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isaan mootii nu'uuf kenni jedhanee gaafatanetti, Waaqi gosa Beniyaaminii keessaa Saa'olii ilma Qiishii isaaniif kenne; innille woggaa afurtama isaan bulche.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hayyu fed'annaani Waaqi Saulo ilma Kishi ka Benjamini worraa kenne; duuba inni haga ganna afurtama worra fide.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii hayyuu fedhannaan Waaqii Saa'ol ilma Qiish ka gosa Beniyamiin warraa kenne; duuba innii haga ganna afurtamaa warra fide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayii mootii isaan bulchu akka isaanii moosisuuf kadhataniin. Rabbi nama gosa Biiniyaamii keessaa ilma Qiisii Saa'oliin woggaa afurtamaaf isaanii kenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayii mootii isaan bulchu akka isaanii moosisuuf kadhataniin. Rabbi nama gosa Biiniyaamii keessaa ilma Qiisii Saa'oliin woggaa afurtamaaf isaanii kenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanatti'llee aanssee nugusa akka isaanii moosisuuf Waaqa ni kadhatan, Waaqinni'llee gosa Biiniyaaminii keessaa ka ta'e, ilma Qiishii Saa'oliin woggaa afurtamaaf isaanii ni moosise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan mootii nu'uuf kenni jedhanee gaafatanetti, Waaqi gosa Beniyaaminii keessaa Saa'olii ilma Qiishii isaaniif kenne; innille woggaa afurtama isaan bulche.