Acts 13:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi akkuma waadaa galetti, sanyii namicha kanaa keessaa fayyisaa Yesuus kolbaa Israa'eliitiif fideera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aloota nama kana keesa, Waaqi ya Qarqaarsa Israeli, ka duri kakhate, tolche, ka Yeso jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma durii kakate dhaloota nama kanaa keessaa Waaqii gumii Israa'eliitii ya fayyisaa kaasse, ka Yesus jedhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa nama kanaa keessaa Rabbi akka dubbii abdii Israa'elii kenneetitti Yesuusiin fayyisaa fide.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fiixaa nama kanaa keessaa Rabbi akka dubbii abdii Isiraa'elii kenneetitti Yesuusiin fayyisaa fide.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fiixaa nama kanaatii Waaqinni akkaataa dubbii abddii ka waadaa aseeneetiin, Fayyisaa Israa'eelii Yesusiin isaanii ni kaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi akkuma waadaa galetti, sanyii namicha kanaa keessaa fayyisaa Yesuus kolbaa Israa'eliitiif fideera.