Acts 13:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Dhufa Yesuusiitiin dura Yohaannis, kolbaan Israa'elii marti cubbuu irraa deebitee akka cuuphantuuf lallabeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni ind'ufiini, Yohanani worra barsiise waan jed'e, Daba iraa deebia, batifama.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii hindhufin, Yoh. aannnis akka warrii daba irraa deebi'ee cuuphamu gumii Israa'elii cufaa barsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhufuu isaatiin dura Yohaannis dursee banii Israa'elii maraaf cuuphaa aagi'ii lallaba'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhufuu isaatiin dura Yohaannis durseeti banii Israa'elii maraaf cuuphaa aagi'ii lallaba'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus uduu hin dhufiniin duranatti Yohaannis, namoota Israa'eelii maraafuu waayee cuuphama cubbu'uu lallabee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhufa Yesuusiitiin dura Yohaannis, kolbaan Israa'elii marti cubbuu irraa deebitee akka cuuphantuuf lallabeera.