Acts 13:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
“Obboleeyyan tiyya, isin sanyiin Abrahaamiitii fi worri Yihudoota hin te'in ka Waaqa waaqositanu duudiin, ergaan fayyinnaa tun nu duudi'iif ergante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Oboleyaani, ilmaani d'aloota Abrahamufi isani ch'ufa ka Waaqa sodaattani, dubbi baafama tana gara keenna ergani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Obbooleeyyaan tiyya, ilmaan dhaloota Abrahaamii fi isan warra gosa dhibii ka Waaqaa sodaattan, dubbii baafamaa tana la nuu ergan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Isin obboleeyyan teenna! fiixaa ijoollee Abrahaamiitii fi isin keessaa worra Rabbiin sodaatan, dubbiin fayyiinsaa kun isinii ergame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Isin obboleeyyan teenna, fiixaa ijoollee Abrahaamiitii fi isin keessaa worra Rabbiin sodaatan, dubbiin fayyiinsaa kun isinii ergame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin fiixaa Abrahaamii irraa ka dhalattan obboleeyyan keennaa fi isini'llee Waaqa ka sodaattan ummanni Waaqa dhuga'aa titti hin amanne! Dubbiin fayyinnaa kun ka ergame nu'uuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Obboleeyyan tiyya, isin sanyiin Abrahaamiitii fi worri Yihudoota hin te'in ka Waaqa waaqonsitanu duudiin, ergaan fayyinnaa tun nu duudi'iif ergante.