Acts 13:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan Yersaalemiitii fi sooressitooti isaaniille Yesuus fayyisaa akka te'e hin beenne; isaan dubbii raagotaa ta Sanbata Sanbataan dubbifantu hubatuu dhabiisaan isatti muranee, dubbiin raagaa akka muummottu godhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi worri Yerusalemu taufi jari gugurdaani worraleeni fuula isa imbeekhani yokhaani dubbi raagootatiifi ta Seera ta guyya Sabato ch'ufa soomani inhubanne. Ammo duisa Yesoti murani aka akasiini dubbini raagooti fadde guutamtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif warrii Yerusaalem taa'uu fi warrii gugurdaan warraalleen fuula isa hinbeeku yokaan dubbii raagotaatii fi ta seeraa ta guyyaa Sambataa cufa dubbiisan hin hubanne. Ammoo akka akkasiin dubbiin raagootii fadde guutamtu, du'a Yesusiitti muran.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Yerusaalemiin jiraatanii fi bulchoonni isaanii dubbii raattotaa ka Sambata dubbifamu waan hubachuu dadhabaniif akka dubbii raattotaatitti isatti murteessan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni Yerusaalem jiraatanii fi bulchoonni isaanii dubbii raattotaa ka Sambata dubbifamu hubachuu waan dadhabaniif akka dubbii raattotaatitti isatti murteessan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni Yerusaalemiin jiraatanii fi itti gaafatamoonni isaanii'llee Yesus Fayyisaa ta'uu isaa hin beekinne, Sanbbattanitti'llee ka dubbifaman kitaabban nabiyyootaa hubachuu dhabuu isaaniitiin'llee, isa irratti yeroo murteessantti akka raaginni raawwatamaa ta'u taasisanii jiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Yersaalemiitii fi sooressitooti isaaniille Yesuus fayyisaa akka te'e hin beenne; isaan dubbii raagotaa ta Sanbata Sanbataan dubbifantu hubatuu dhabiisaan isatti muranee, dubbiin raagaa akka muummottu godhane.