Acts 13:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan sababa ittiin Yesuus ijjeesisanu dhabanulle, akka inni ijjeefamuuf Philaaxoos kadhatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato waan inni duu maleefi d'abanile, aka isa ijeesani Pilato kad'atani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo waan innii duu maleef dhabaniillee, akka isa ijjeessan Philaaxos kadhatan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo sababaa du'aaf isa geessullee hin argine, Philaaxoos dursee akka isa ajjeesu kadhataniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yoo sababaa du'aaf isa geessullee hin argine, Philaaxoos dursee akka isa ajjeesu kadhataniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yoma waan du'aan isa gayu itti argachuu dhabaatan'llee, inni akka isaaniif ajjeefamu, Philaaxosiin ni kadhatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan sababa ittiin Yesuus ijjeesisanu dhabanulle, akka inni ijjeefamuuf Philaaxoos gaafatane.