Acts 13:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan Barreeffam Woyyichi marroo isaatiif jedhu duudii muummessaneen duuba, muka irraatti fannifame irraa gad buusanee awwaalane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti duri, ta waan isaa t'aafani, guutamnaani, worri mukha iraa fuud'e awaale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii durii, ta waan isaa barreessan, guutamnaan, warrii muka fannoo irraa gad buusee goda dhakaa keessatti awwaale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaatiif waan barreeffame maraa haga raawwatan, fannoo irraa buusanii awwaalan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaatiif waan barreeffame maraa haga raawwatan, fannoo irraa buusanii awwaalan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee isaatiif waan barreeffame maraa isa irratti eega raawwataniin duubatti, fannoo irraa buusanii ni awwaalaniin,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan Barreeffam Woyyichi marroo isaatiif jedhu duudii muummessaneen duuba, muka irratti fannifame irraa gad buusanee awwaalane.