Acts 13:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi ammoo du'a irraa isa kaase.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Waaqi duisa keesa isa kaase.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii ammoo du'a keessaa isa kaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ammo worra du'an keessaa isa kaase.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi ammoo worra du'an keessaa isa kaase.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Waaqinni du'aa isa ni kaaseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo du'a irraa isa kaase.