Acts 13:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni guyyaa hedduu worra isa woliin Galiilaa irraa gara Yerusaalemii dhufanetti mudhate. Amma isaan kolbaa teennaaf dhugaa bayoota.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni guyya heddu worra duri isa woliini Galilaya bahe Yerusalemu d'ufeti mullate. Worri suni amma gumi Israeli ch'ufa durati d'uga isaati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii guyyaa hedduu warra durii isa waliin Galiilaa ba'ee Yerusaalem dhufeetti mullate. Warrii sun amma gumii Israa'elii cufaa duraatti dhuga isaatti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii biratti worra ragaa ta'anii fi worra isa woliin Galiila'aa gara Yerusaalemii bayanitti guyyaa hedduu mudhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Banii biratti worra ragaa ta'aniif isa woliin Galiila'aa gara Yerusaalemii worra bayanitti guyyaa hedduu isaanitti mudhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Galiila'aa gara Yerusaaleemii isaan woliin worra dhufanitti'llee guyyaa baayi'ee isaatti ni muldhate, isaan'llee amma ummata duratti ragoota isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni guyyaa hedduu worra isa woliin Galiilaa irraa gara Yerusaalemii dhufanetti mudhate. Amma isaan kolbaa teennaaf dhugaa bayoota.