Acts 13:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti waan Waaqi abbootii teennaaf waadaa gale Oduu Gammadaa isinitti hinna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu Odu Dansa isaniti odeesina, aka kakhu suni ta ababooti teennati kakhatani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma Waaqii waan abaaboota teennaatti kakate akka muummesse, nu oduu dansaa isaniitti himna;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nullee abdii abbootaa inni kenne oduu gammachu'uu isinitti himna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nullee abdii abbootaa inni kenne oduu gammachu'uu isinitti himna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nu'llee isiniif qabnnee ka dhufinne, Waaqinni abbootii keennaaf abddi'iin ka kenne, dubbii Gammachu'uuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nuuti waan Waaqi abbootii teennaaf waadaa gale Oduu Gammadaa isinitti hinna.