Acts 13:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni Yesuus du'aa kaasiisaan waadaa isaaniif gale, nu'u ijoollee isaaniitiif muummesseera. Kunille kitaaba Faaru'uu ka lammeesso'oo keessatti, ‘Ati Ilma kiyya; Ani adha si uumadheera’ jedhantee barreeffanteerti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi nuu ilmaani worraati guute, waan Yeso duisa keesaa kaaseefi. Akuma Faaru lameeso keesati t'aafani, Atini ilma kiyya, guyya kana anini ya Abba kanke tahe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Yesus du'a keessaa kaasee nu ilmaan ilmaan warraatii kakuu la guute. Faaruu lameessoo keessatti ‘Atin ilma kiyya, guyyaa kana anin ya Abbaa kankee ta'e’ waan jedhaa la barreesan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abdii kana inni faaruu lammeesso'oo keessatti, ‹Ati ilma kiyya; Ani adha si uumadhe› jedhamee akkuma barreeffame, Yesuusiin nuu kaasee nu'u ijoollee isaaniitiif raawwate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abdii kana inni faaruu lammaffa'aa keessatti, ‹Ati ilma kiyya, Ani adha si uumadhe› jedhamee akkuma barreeffame, Yesuusiin nuu kaasee nu'u ijoollee isaaniitiif raawwate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni Yesusiin du'aa kaasuu isaatiin abddima kana nu'u ijoollee isaaniitiif raawwatee jira, kun'llee faarffannaa lammaffaa irratti, ‹Ati Ilma kiyya, ani adha si uumadhee jira!› jedhamee, akkuma barreeffametti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Yesuus du'aa kaasiisaan waadaa isaaniif gale, nu'u ijoollee isaaniitiif muummesseera. Kunille kitaaba Faaru'uu ka lammeesso'oo keessatti, « ‹Ati Ilma kiyya; ani adha si uumadheera› jedhantee barreeffanteerti.