Acts 13:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka inni du'a irraa isa kaasee fi tortoree hin jirre Waaqi mirkaneessiisaaf, ‘Ani eebba woyyichaa fi addatamaa, ka Daawwitiif waadaa gale isiniif hin kenna’ jedheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle waan duisa keesaa isa kaasiti, aka inni duisati indeebine, Waaqi waan jed'e, Anini eeba d'ugaatifi qulqullo isani kenna ta anini Dauditi kakhad'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee waan du'a keessaa isa kaasitii, akka innii du'ee hinshamne, Waaqii, ‘Anin eebba dhugaatii fi qulqullumaa, ta Daawittii kakadhe isanii kenna’ jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka hin shamnee fi akka worra du'an keessaallee isa kaasee ka akkanatti amaname, ‹Abdii Daawitii woyyichaa isinii kenna› jedheera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka hin shamnee fi worra du'an keessaallee akka isa kaasee ka akkanatti amaname, ‹Abdii Daawitii woyyichaa isinii kenna› jedheera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Shamuun akka isa irra hin geennee fi Waaqinni'llee du'aa akka isa kaaseen hubachiisu'uuf, Qulqulluun eebbifama amaname, Daawiitiif ka kenname abddii kenname isiniif ni kenna jedhee dubbatee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka inni du'a irraa isa kaasee fi tortoree hin jirre Waaqi mirkaneessiisaaf, ‹Ani eebba woyyichaa fi addatamaa, ka Daawitiif waadaa gale isiniif hin kenna› jedheera.