Acts 13:35 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf kitaaba Faaru'uu ka dhibii keessalle'etti, ‘Ati Woyyichi keeti awwaala keessatti akka tortoru hin lakkittu’ jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Faaru d'ibi keesati inni waan jed'e, Aka hojattuuni tante qulqullooni shamtu atini ee injettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammallee Faaruu dhibii keessatti innii, ‘Akka hojjataan kankee qulqulloon shamu atin ee'ee hinjettu’ jedha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deebi'ee hulee biraatittillee ‹woyyuun akka shamuuf hin dhiiftu› waan jedhuuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Deebi'ee hulee biraatittillee woyyuun akka shamuuf hin dhiiftu waan jedhuuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
dabalee'llee faarffannaa bira'aatiin, ‹Ilmi kee Qulqulluun shamuun akka isa irra gayu hin taasfttu› jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf kitaaba Faaru'uu ka dhibii keessalle'etti, ‹Ati Woyyichi keeti awwaala keessatti akka tortoru hin lakkittu› jedha.