Acts 13:36 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Daawwiti bara ifiititti fedha Waaqaa tajajilee du'eera; nafi isaalle abbootii isaa biratti awwaalamee tortoreera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Daudini d'aloota ufi keesa fed'i Waaqa guunnaani, ababoota isaa woliini awaalani shame.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Daawiti bara isaa akka feedhii Waaqaa hojjatee, doonaan abaaboota isaa waliin awwaalanii shame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee bara ufiititti haga fedha Rabbii tajaajileen maayii du'ee, abbooti'iin wolitti eda'amee shame.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Daawitillee bara isaatitti fedha Rabbii haga tajaajileen maayii du'ee, abbooti'iin wolitti eda'amee shame.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu Daawiiti bara jireenna isaa titti tajaajila isaa akka fedhii Waaqaa titti eega raawwateen duubatti du'ee jira, abbootii isaa woliin'llee awwaalamee jira, shamuun'llee isa irra gayee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti bara ifiititti fedha Waaqaa tajaajilee du'eera; nafi isaalle abbootii isaa biratti awwaalamee tortoreera.