Acts 13:37 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka Waaqi du'a irraa kaase ammoo, nafi isaa hin tortorre.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami Waaqi duisa keesaa kaase inshamne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii Waaqii du'a keessaa kaase ammoo hinshamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka Rabbi kaase kun ammo hin shamne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka Rabbi kaase kun ammoo hin shamne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka Waaqinni du'aa kaaseen garuu shamiinssi isa irra hin geenne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka Waaqi du'a keessaa kaase ammoo, nafi isaa hin tortorre.