Acts 13:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf obboleeyyan tiyya, araarri cubbu'uu karaa Yesuusiitiin akka isinii lallabame beeka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani tiyya, aka maro nama kanatifi araarama daba isaniti hasaani beekha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleeyyan tiyya, akka marroo nama kanaatiif araarama cubbuu isaniitti haasa'an beekaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa obboleeyyan tiyya! karaa isaatiin dhiifamsi cubbu'uu akka isinii ta'uuf Seera Muuse'eetiin qajeellota ta'uu hin dandeenne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa obboleeyyan tiyya, karaa isaatiin dhiifamsi cubbu'uu akka isinii ta'uuf, Seera Muuse'eetiin qajeellota ta'uu hin dandeenne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa obboleeyyan kiyya! Dhiifamnni cubbu'uu ka argamu Yesusiin ta'uun akka isiniif lallabame beekaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf obboleeyyan tiyya, araarri cubbu'uu karaa Yesuusiitiin akka isinii lallabame beeka'a.