Acts 13:39 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami isatti dhugeeffatu duudiin, cubbuu seerri karaa Muuse'eetiin kenname bilisa baasiisaaf hin dandeenne duudii jalaa bilisa baya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro isatiifi nami d'ugefatu ch'ufti waan ch'ufa keesati d'uga argata, ka duri Seera Musa gula nami d'uga argachu indandeenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo isatiif ka durii seera Musee gula namii dhugaa argachuu hindandeennee, namii dhugeeffatu cuftii waan cufa keessatti dhugaa argata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka isatti amanu maruu isaan akka qajeellota ta'an isin biratti ka beekkame haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka isatti amanu maruu isaan akka qajeellota ta'an isin biratti ka beekkame haata'u.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka isatti amanu marinuu Seerri karaa Muse'eetiin kennameef, cubbuu bilisa irraa isa baasuu hin danda'aminne mara irraayyuu, bilisa ni baya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami isatti dhugeeffatu duudiin, cubbuu seerri karaa Muuse'eetiin kenname bilisa baasiisaaf hin dandeenne duudii jalaa bilisa baya.