Acts 13:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf wonni raagoti, ‘Ilaala'a, isin worra shasheessitoota! Baaseffadha'a! Bada'a! Waan eennulle yoo isinitti hime hin dhugeeffanne, ani bara keessanitti hin huja’ jedhantee ta dubbatante akka isin irratti hin muummonne ifi eegadha'a” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi eegad'a, aka wonti kunini ta raagi dubbate isaniti ind'umne ta,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf akka wantii raagii dubbate kunin isaniitti hindhumne ufii eegadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa, ‹Isin worri tuffattan laalaa'a! maalalfadhaa'a! badaa'a! waan tokko yoo isinitti hime hujii isin hin amanne, bara keessanitti ani waan hujuuf› jedhamee
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa, ‹Isin worri tuffattan laalaa'a, maalalfadhaa'a! badaa'a! waan tokko yoo isinitti hime hujii isin hin amanne, bara keessanitti ani waan hujuuf› jedhamee
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ka nabiyyootaan akkana jedhamee dubbatame, akka isin irra hin geenneef ufi eeggadhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf wonni raagoti, « ‹Ilaala'a, isin worra shasheessitoota! Baaseffadha'a! Bada'a! Waan eennulle yoo isinitti hime hin dhugeeffanne, ani bara keessanitti hin huja› jedhantee ta dubbatante, akka isin irratti hin muummonne ifi eegadha'a» jedhe.