Acts 13:41 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilaala, isani ka nama tuffattani! Mama, bada! Anini huji toko bara keesani kana keesa tolcha, huji isani ind'ugefanne, ato nami isaniti odeesele! jettu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Laalaa, isan warra nama tuffattan! Mamaa, badaa! Anin hujii isan adoo namii isaniitti himeellee hindhugeeffan takka bara keessan kana keessa hojjadha’ jedha” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti raattotaan dubbatame akka isin irra hin geenne uf eegaa'a!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Wonti raattotaan dubbatame akka isin irra hin geenne uf eegaa'a!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
‹Isin worri balditan laalaa! Maalalaa! Badaa'llee! naminni kum'llee isinitti yoo odeesse, bara keessantti hujii isin hin amanne, ni hojjadha!› »