Acts 13:44 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sanbata itti aanu worra qachaa sanii keessaa hedduun Jecha Waaqaa dhage'iisaaf wolitti qabamane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sabato lameeso, nami dira suni, take take male, ch'ufti woltiwoldae aka dubbi Aabbo d'agayu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Sambataa lameessoo, namii dira sunii, harkii guddaan, akka dubbii Aabboo dhaga'u walti dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sambata lammeesso'oo namoota hago'oon ala namni qachaa sanii maruu dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol gayan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sambata lammaffa'aa namoota hago'oon ala namni qachaa sanii maruu dubbii Rabbii dhagayu'uuf wolgayan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sanbbata itti aanutti jiraattota magaala'aa keessaa baayi'eewwan isaanii dubbii Waaqaa dhagayu'uuf wol ni gayan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanbata itti aanu worra qachaa sanii keessaa hedduun Jecha Waaqaa dhage'iisaaf wolitti qabamane.