Acts 13:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yihudootaa heddinna namootaa yennaa dhagge, hinaaffa'aan guutamanee, waan Phawuloos jedhu moromanee isa arrassane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yahudiini gumi guddo agarraani guddo d'iibifatte, dubbi Pauloni jed'e mormite isa arabsite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii Yihudii gumii guddoo agarraan guddoo hinaafee, dubbii Phaawulos jedhe mormee isa arabse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yihuudonnillee hennaa banii heddu argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yihuudonnillee banii heddu hennaa argan hinaaffa'aan guuttamanii isaan abaara'aa dubbii Phaawuloos dubbatu morman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yihudonni baayi'inna ummata yeroo argganitti hinaaffa'aan ni guuttaman, haasaya isaa'llee mormma'aa Phaawulosiin ni arrabsaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihudootaa heddummaa namootaa yennaa dhagge, hinaaffa'aan guutamanee, waan Phawuloos jedhu moromanee isa arrassane.