Acts 13:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Goottaan, ‘Haga qaccee lafaa duudii fayyinna akka fiddu, Ani worra Yihudoota hin te'iniif ifa si godheera’ jedhee nu ajajeera” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi Aabbooni akasi nuti mure waan jed'e, Anini ifsa gosa d'ibi ya si tolche, aka baafama namaa taatu, haga muumme lafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanaatiif Aabboon, ‘Anin ibsee warra gosa dhiibii ka hindhugeeffatini ya si tolche, akka haga muummee lafa baafama namaa taatu’ jedhee ya nu ajaje” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma Gooftaan, ‹Haga daangaa dhuma lafaa fayyinnaaf akka taatu, Worra Yihuudota hin taaneef ifa si taasiseera› jedhee waan nu ajajeeruuf» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma Gooftaan, ‹Haga daangaa dhuma lafaa fayyinnaaf akka taatu, Worra Yihuudota hin taaneef ifa si taasiseera› jedhee waan nu ajajeeruuf» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwanuuf Gooftaan, ‹fayyinna haga daangaa arddi'ii titti akka fidu'uuf, ummata Waaqa dhugaa titti hin amanneef ifa si taasisee jira› jechu'uun, waan nu ajajeef.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan, «‹Haga qaccee lafaa duudii fayyinna akka fiddu, Ani worra Yihudoota hin te'iniif ifa si godheera› jedhee nu ajajeera» jedhane.