Acts 13:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yihudoota hin te'in tana yennaa dhage'e, gammadee jecha Waaqaalle ulfeesse; worri jiruu bara baraatiif filameeru duudiille dhugeeffate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gochiti d'ibiini waan kana d'ageennaani gammadde dubbi Aabbo faarsite; nami aka jireenna hegeri argatu fohatani ind'ugefate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii hindhugeeffatini ka gosa dhibii waan kana dhageennaan gammaddee dubbii Aabboo faarsee; namii akka jireenna barabaraa argatu foohatan cuftiinuu dhugeeffate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuudota hin taanellee dhagayanii gammadanii dubbii Rabbiillee kabajjan. Worri jireenna bara baraatiif qophaayan maruu amanan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Yihuudota hin taanellee dhagayanii gammadanii dubbii Rabbiillee kabajjan. Worri jireenna bara baraatiif qophaayan maruu amanan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni Waaqa dhugaa titti hin amanne'llee kana yeroo dhagayanitti ni gammadan, dubbii Goofta'aa'llee ni kabajan, jireenna bara baraatiif worri filataman marri'llee ni amanan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihudoota hin te'in tana yennaa dhage'e, gammadee jecha Waaqaalle ulfeesse; worri jiruu bara baraatiif filameeru duudiille dhugeeffate.