Acts 13:49 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jechi Gootta'aalle adaala biyya sanii maratti babadhatte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini Aabbo lafa suni ch'ufa geete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dubbiin Aabboo lafa sun cufaa geette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin Goofta'aa biyya maraa keessatti babadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dubbiin Goofta'aa biyya maraa keessatti babadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbiin Goofta'aa'llee biyya san mara keessatti ni babaldhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jechi Gootta'aalle adaala biyya sanii maratti babadhatte.