Acts 13:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Namichi xanoo xanu ka afaan Giriikiitiin “Eliimaas” jedhamu ammoo, bulchaan biyya sanii akka hin dhugeeffanne barbaadee, isaaniin morme.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo falfaltichi kaani ka afaani Grikitiini Eliama jed'ani Barnabafi Saulo dubbachu d'owu fed'e, aka akasiini namichi guddaani kaani suni d'agaye ind'ugefanne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Falfaltichii kaan ka afaan Griikiitiin “Eliimaas” jedhan ammoo, waan akka namichii bulchaa kaan dubbii sun dhagayee hindhugeeffanne fedheefii Baarnaabaasii fi Saa'oliin morme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mortichi maqaan isaa Elmaas jedhamu ammo bulchaan biyya sanii akka hin amanne fedhee isaan morme.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Mortichi ka maqaan isaa Elimaas jedhamu ammoo bulchaan biyya sanii akka hin amanne fedheeti isaan morme.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu afaan worra Giiriiki'iitin, «Elimaas» jedhamee ka waamamu raagaan dharaa Baaryesus bulichaa biyyaa akka hin amanneef barbaadee, Baarnaabaasii fi Saa'oliin ni mormme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namichi xanoo xanu ka afaan Giriikiitiin «Eliimaas» jedhamu ammoo, bulchaan biyya sanii akka hin dhugeeffanne barbaadee, isaaniin morme.