Acts 13:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Phawuloos ka jedhame Saa'ol Ayyaana Woyyichaan guutamee, namicha xanoo xanu hubatee ilaalee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sauloni, ka Paulo jed'ani, Lubbu Qulqullooni guutamnaani falfalticha kana sonaani ilaale
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Saa'ol, ka “Phaawulos” jedhan, Hafuura Qulqulloon guutamee namicha falfalticha kaan ila keessa laalee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saa'oliin Phaawuloos jedhamu ammo Ayyaana Woyyuu keessa ta'ee namicha moru guuttatee laalee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phaawuloos ka jedhamu Saa'ool ammoo Ayyaana Woyyuu keessa ta'ee, namicha moru guuttatee laalee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phaawulos ka jedhame Saa'ol garuu Hafuura Qulqullu'uun guuttamee, namicha raagaa sobaa guuttatee laaleeniiti akkana ni jedheen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Phawuloos ka jedhame Saa'ol Ayyaana Woyyichaan guutamee, namicha xanoo xanu hubatee ilaalee,