Acts 14:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Baarnaabaasii, “Ze'os” jedhanee maqaa mootii waaqota ifiitiin moggaasane; Phawuloos ammoo ka guddoo dubbate waan te'eef, akka ergamaa waaqota ifiititti, “Hermees” jedhanee moggaasane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri Barnabani Zeu jed'e, Pauloni Herme jed'e. Wonti akanatiifi guddaani hasaa Paulo.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii Baarnaabaasin, “Zeos” jedhee, Phaawulos ammoo waan namii dubbate isa ta'eefii, akka ergamaa waaqoota isaaniitti, “Hermees” jedhanii moggaasan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baarnaabaasiin, «Diyaa» jedhaniin. Phaawuloosillee inni dubbataa ijoo waan ta'eef, «Hermeen» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Baarnaabaasiinillee, «Diyaa» jedhaniin. Phaawuloosillee inni dubbataa ijoo waan ta'eef, «Hermeen» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barnaabaasiin'llee «Diyaa» ni jedhaniin, dubbataan ijoon Phaawulosiin waan tureef isaan, «Hermeen» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baarnaabaasii, «Ze'os» jedhanee maqaa mootii waaqota ifiitiin moggaasane; Phawuloos ammoo ka guddoo dubbate waan te'eef, akka ergamaa waaqota ifiititti, «Hermees» jedhanee moggaasane.