Acts 14:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee bokkeya ol-gubbaa irraa isiniif kennaa, midhaan yennaa ifiitti akka midhaan buusuu godhaa, sagalee isiniif kennaa, gadhaa keessan gammadaan guutaa, waan dansaa godhiisaan Waaqummaa ifii mudhiseera” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule inni waan isa d'ugeesa taka ind'amne ammo waan dansa tolche, isanii roobe, mid'aani isanii kenne garaa keesani sagalefi gammadaani quufsa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatuullee innii waan isa dhugeessaa takka hindhamne, waan dansaa tolchee, bokkaa gubbaa gadi isanii roobee, midhaan isanii kennee garaa keessan sagalee fi gammadaan quufsa” jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hujii mishaa hojjata'aa samii irraa roobni roobee ji'a daraaraan daraaru nuu kennee, garaa keenna nyaataa fi gammachu'uun guute; kanniin maraan akka Rabbiin ta'e mudhise.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hujii mishaa hojjata'aa samii irraa Roobni roobee ji'a daraaraan daraaru nuu kennee, garaa keenna nyaataa fi gammachu'uun guute; kanniin maraan akka Rabbiin ta'e mudhise.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
haa ta'u malee inni Waaqa arjjaa attamii jiru ta'uu isaa ragaa ka bayu hujii mishaa raawwachuu isaa addaan hin kunne, sami'ii rooba isinii ni roobsise, ji'oota calla'aa'llee isinii ni kenne, nyaataa fi gammachu'uun onnee keessan isaanii ni gammachiise.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee bokkeya ol-gubbaa irraa isiniif kennaa, midhaan yennaa ifiititti akka midhaan buusuu godhaa, sagalee isiniif kennaa, gadhaa keessan gammadaan guutaa, waan dansaa godhiisaan Waaqummaa ifii mudhiseera» jedhane.