Acts 14:22 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan dhugeeffattoota jajjabeessaa, dhugeeffannaalle'een akka jabaatanu gorsaa, “Gara Mootummaa Waaqaa galiisaaf rakkoo hedduu keessa qaxxaamuruu qanna” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
garaa worra d'ugefate jabeese aka d'ugefacha keesa taani gorse waan jed'e, Nu gaargala guddaani Finna Waaqa argachu malle.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii herrega warra dhugeeffatee jajjabeessee akka warrii dhugeeffachaa keessa taa'uu gorsee, “Nu gaargala guddaan Mootummaa Waaqaa argachuu malle” jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyyoota sanniin mara keessattuu amanttoonni amantii isaaniitiin akka jajabaatan jajabeessuu fi gorssaan, «Gara Mootummaa Waaqaa titti galu'uuf rakkinna baayi'ee fudhachuu qabnna» jedha'aa isaan ni barsiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan dhugeeffattoota jajjabeessaa, dhugeeffannaalle'een akka jabaatanu gorsaa, «Gara Mootummaa Waaqaa galiisaaf rakkoo hedduu keessa qaxxaamuruu qanna» jedhane.