Acts 14:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergantooti wolde'a kiristaanaa tokko tokkottuu jaarsolee filanee, laamanee daadimataneen duuba, Goottaa itti addatanetti magannee isaan kennatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumi ch'ufa keesa jaarole fohatani, ufi agabsani, Waaqa kad'atani, harka Aabbo ka worri d'ugefate keesati lakisani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phaawulos fi Baarnaabaas mana kadhaa cufaa jaarrolee foo'anii, eegii ufi agabsanii Waaqaa kadhatanii duuba, warraa sun cufaa harka Aabboo ka warrii itti dhugeeffatuutti kennan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga woldaa kiristaanaatitti manguddoota muudaniin maayessa soomanii Rabbiin kadhatanii Gooftaa itti amananitti yaboo isaan kennan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Woldaa kiristaanaatitti manguddoota haga muudaniin maayessa soomanii haga faateffatan Gooftaa itti amananitti yaboo isaan kennan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woldaya amanti'ii titti'llee jaarssota isaaniif ni muudan, eega soomanii fi kadhataniin dubatti'llee, Gooftaa itti amananiiti yaboo isaan ni kennan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti wolde'a kiristaanaa tokko tokkottuu jaarsolee filanee, laamanee daadimataneen duuba, Goottaa itti addatanetti magannee isaan kennatane.