Acts 14:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Phawuloosii fi Baarnaabaas biyya Phisiidiyaa keessa dabaranee gara biyya Phamfiliya'aa dhufane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pisidia keesa dabrani Pamfilia d'ufani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Phaawulos fi Baarnaabaas Phisiidiyaa keessa dabranii gara Phamfiliyaa dhufan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Phisidiyaa keessa lufanii gara Phinfiliya'aa dhaqan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Phisdiiyaa keessa lufaanii gara Phinfiliya'aa dhaqan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phisidiyaan'llee dabrranii gara Phamfiliyaa ni dhufan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Phawuloosii fi Baarnaabaas biyya Phisiidiyaa keessa dabaranee gara biyya Phamfiliya'aa dhufane.