Acts 14:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achille'ee gara addee hujii amma muummessane tanaaf, badhaadha Waaqaatiif itti kennamanee, hoboloo gudditti'iin Anxokiya'atti deebi'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achi kaani hobolo keesa duudani, Antiokiati dachaani, fullaani tunini fulla qara worra harka ira kayani eebbisani, Beena huji Waaqa hojad'a jed'aniini ergani. Huji suni worri hobaamnaani gale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Achii ka'anii hoboloo keessa duudanii Anxokiyaa, fulaa qara warra harka irra kaa'anii eebbisanii, “Beenaa hujii Waaqaa hojjadhaa” jedhaniin ergan taaniitti dacha'an. Warrii hujii sun hobaamnaan gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiillee hujii raawwatanii gara hulee Ayyaana Rabbiititti yaboo kennanii gara Anxookiya'aa markabaan deeman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiillee hujii raawwatanii gara hulee Ayyaana Rabbiititti yaboo kennanii gara Anxookiya'aa markabaan deeman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
achitti'llee waayee hujii raawwatanii gara kennaa Waaqaa ka bilisaa ka yaboo itti kennamanii, gara Anxokiya'aa dooni'iin ni deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achille'ee gara addee hujii amma muummessane tanaaf, badhaadha Waaqaatiif itti kennamanee, hoboloo gudditti'iin Anxokiya'atti deebi'ane.