Acts 14:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Phawuloosii fi Baarnaabaas, sodaa malee marroo Gootta'aa dubbataa yennaa hedduu achi turane; Goottaalle akka isaan baasaa fi bilbaasota godhanu hunna isaanii kennee, Jecha badhaadha ifii mirkaneesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ergattuuni guyya heddu achi teete, waan Aabbo soda male dubbatte; ammalle Aabbooni dubbi eeba ufii d'ugeese, akheekhafi waan mama harka worraatiini tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamtootii guyyaa hedduu achi teettee, adoo hinsodaatin garaa jabeennaan waan Aabboo Yesus dubbatte; ammallee Aabboon dubbii eebba ufii dhugeesse, akeekaa fi waan mamaa harka warraatiin tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Malkataa fi maalaleen akka harka isaaniititti ta'u isaanii kenna'aa, waan dubbii badhaadhummaa Goofta'aa raga'aa ji'a hedduu achi taa'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Malkataa fi maalaleen akka harka isaaniititti ta'u isaanii kenna'aa waan dubbii badhaadhummaa Goofta'aa raga'aa ji'a hedduu achi taa'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Phaawulosii fi Barnaabaas waayee Goofta'aa uggiinssaan dubbata'aa yeroo baayi'eef achi ni turan, Gooftaan'llee baasaa fi maalalee harka isaanii titti akka taasisaniif aangoo isaanii kennu'uun, dubbiin isaa ka kennaa bilisaa dhugaalessa ta'uu, ni mirkaneessa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Phawuloosii fi Baarnaabaas, sodaa malee marroo Gootta'aa dubbataa yennaa hedduu achi turane; Goottaalle akka isaan baasaa fi bilbaasota godhanu hunna isaanii kennee, Jecha badhaadha ifii mirkaneesse.