Acts 14:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yihudoota hin te'inii fi Yihudooti, bulchitoota ifii woliin te'anee, Phawuloosii fi Baarnaabaas rakkisiisaa fi dhaka'aan tumiisaaf barbaadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nama gosa d'ibitiifi Yahudiini, jara gugurda isaani woliini, wold'at'e, ergattu gaargalchite d'akhaani had'u feete.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warra hindhugeeffatin ka gosa dhibitii fi Yihudiin, jara gugurdaa isaanii walin, waldhaxxee, ergamtoota gaargalchitee dhakaan hadhuu feete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuudota hin taanee fi Yihuudonni ammo bulchoota isaanii woliin isaan rakkisu'uu fi isaan tumuu yaadan;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri Yihuudota hin taanee fi Yihuudonni ammoo bulchoota isaanii woliin isaan rakkisu'uuf tumuu hennaa yaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni Waaqa dhugaa titti hin amannee fi Yihudonni itti gaafatamoota isaanii woliin ta'anii Phaawulosii fi Barnaabaasiin, akka malee taasfamuu fi dhaga'aan isaa woqaru'uuf ni barbaadan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yihudoota hin te'inii fi Yihudooti, bulchitoota ifii woliin te'anee, Phawuloosii fi Baarnaabaas rakkisiisaa fi dhaka'aan tumiisaaf barbaadane.